This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Nashiidaa *Jaalallee~khoo Nabii🥰🎵
🙃 Irra Hedduun Namoota Ilaalcha Gaarii Siif hin Qabne 😏Isaan Miitef, & Hammeenya Qabaattef Sin Jibban 🤕
#Gaaroommina] Qabaachuu Kana siif Quudhuu Dadhabaniiti #keessaafuu yeroo Ammaa Tana
⇰ ɪʀʀᴀɴ ʟᴀᴀʟɪɴ Aᴛɪ ッ 𝐐𝐔𝐋𝐐𝐔𝐋𝐋𝐔𝐔 ♡𝐓𝐚'𝐢𝐢𝐟
#QULQULLUU 🥰🩵

#Qulqulluu_namaa!
➛ Gammachuun nama biroo, dhiibbaa sirra hin geessu,
Durummaan namootaa hiree tee hin dhiphisu,....qalbii Qulqulluudhaan jiraadhu, waan ufii jaalattu namoota hafaniifis jaaladhu....🌹
❤️💚❤️
Sead Ahmedin 📸

Galaatooma ummata Qashtii Hisdii hin Qabne🙏🥰
🎉🥳🎊
Assalaamu aleykum Warahmatullaahi Wabarakaatuh akkuma beekkamu *You tube yeroo dhihoo kheessati banachu khiyya ni yadatama amma immoo Alhamdulillah fedha Rabbitin kuno yeroo gabaaba kheessati *Nashiidaa🎵lama 2 Qofaan *Subcribers hordoftoota nama kuma 40K arganne Jira Galaatooma ummata Qashtii 🥰🙏
Insha allah Ammas yeroo dhihoo kheessatis hojiilee haarawa Qabadheen isinif dhufaa Jira 🎵
Addati immoo You Tube khiyya control godhee naf hordofa jiru Kan Rakkini akka irra hin genyef naf Lafa’a jiru Ibsa Muktar Galaatoomii ulfaadha Sayidi 🙏
Warren maatii kheenya hin tahinis linkii armaan gadii khana tuqa seena Subscribe godha maatii teenya taha Galaatooma 🥰🙏
https://youtube.com/@maherahmedma?si=muWPmxSwD-YISzU4