group-telegram.com/Naj4R/321
Last Update:
Soomana dura bu'anii Jalqabuun akkami?
النهي عن تقدم رمضان بصوم يوم أو يومين
Ramadaana dura bu'anii jalqabuun dhowwadha. guyyaa tokkoofi lamaan.
يحرم صيام آخر يوم أو يومين من شعبان، إلا أن يوافق يوما كان من عادته صيامه، كالاثنين والخميس مثلا، فيجور صيامه
Guyyaa boodaa takkii lameen dhumaa kan baatii sha'abaanaa soomanuun dhoowwaadha. yoo nama dur aadaa godhatee soomanu taate malee, akka guyyaalee isniinaafii kamiisaa sun numa soomana.
قال رسولُ الله ﷺ: «لا يتقدمن أحدكم رمضان بصوم يوم أو يومين إلا أن يكون رجل كان يصوم صومه، فليصم ذلك اليوم» متفق عليه
Nabiin s.a.w akkana jedhan ''tokkoon keessan ramadaana soomana guyyaa tokkootiin yookaa lamaatiin dura hin bu'inaa, yoo nama dur soomanu taate malee sun haa soomanuu.'' Bukhaarii fii muslim
https://www.group-telegram.com/gorsadubartotaa
https://www.group-telegram.com/gorsadubartotaa
BY Islamic community Channel
Warning: Undefined variable $i in /var/www/group-telegram/post.php on line 260
Share with your friend now:
group-telegram.com/Naj4R/321