Telegram Group Search
Forwarded from Kadijaa binti Aliyii (إن أكرمكم عند الله أتقاكم اللهم إجعلنا من عبادك الصالحين خديجة بنت علي )
يَا أَيُّهَا النَّاسُ اتَّقُوا رَبَّكُمْ ۚ إِنَّ زَلْزَلَةَ السَّاعَةِ شَيْءٌ عَظِيمٌ

Yaa namootaa! Gooftaa keessan sodaadhaaDhugumatti, sochiin Qiyaamaa waan guddaadha

يَوْمَ تَرَوْنَهَا تَذْهَلُ كُلُّ مُرْضِعَةٍ عَمَّا أَرْضَعَتْ وَتَضَعُ كُلُّ ذَاتِ حَمْلٍ حَمْلَهَا وَتَرَى النَّاسَ سُكَارَىٰ وَمَا هُم بِسُكَارَىٰ وَلَٰكِنَّ عَذَابَ اللَّهِ شَدِيدٌ

Guyyaa ishee argitan, dubartiin hoosiftu hundi waan hoosiftu irraa ni dagatti(Dubartiin) ulfa qabdu hundi ulfa ishee garaa darbitiNamootas (sodaa irraa) machaa’aa agartaIsaan waa machaa'oo mitiGaruu adabbii Rabbiitu garmalee cimaadha.
https://www.group-telegram.com/Binti_Islama
https://www.group-telegram.com/Binti_Islama
Forwarded from مركز الهدى دعوى سينتر (إن أكرمكم عند الله أتقاكم اللهم إجعلنا من عبادك الصالحين خديجة بنت علي )
Hiikkaa soomanaa


الصيام لغة: الإمساك. قال الله تعالى: إِنِّي نَذَرْتُ لِلرَّحْمَنِ صَوْمًا. مريم:26 أي:إمساكا وصمتاً

Soomanni akkaa hiikkaa afaaniitti of qabuudha. Fakkenyaaf Rabbiin s.w akkana jedhe ''innii nazartu lirrahmaani sowman'' hiikkaan "Ani of qabuu rahmaaniif qodhaa godhee jira" jechuudha.

وشرعا: التعبد لله تعالى بالإمساك عن المفطرات يوما كامًلا من طلوع الفجر الصادق إلى غروب الشمس بشرط النية
Hikkaan soomanaa akka shari'aatti: Guyyaa guutuu fajriin bahurraa kaasee hanga aduun seentutti waan sooma fururraa (nyaata, dhugaatii, walqunnqmtii saalaa) irraa of qabuudha. ibaadaa Rabbii itti niyyatanii.

https://www.group-telegram.com/gorsadubartotaa
https://www.group-telegram.com/gorsadubartotaa
Forwarded from مركز الهدى دعوى سينتر (إن أكرمكم عند الله أتقاكم اللهم إجعلنا من عبادك الصالحين خديجة بنت علي )
في صوم شهر رمضان
Maalummaa Soomana Ramadaanaa

صوم شهر رمضان ركن من أركان الإسلام، وفرض من فروض الله، معلوم من الدين بالضرورة، يدل عليه الكتاب والسنة والإجماع
Soomanni baatii ramadaanaa, utubaa tokko kan utubaalee islaamaa irraa taheedha, dirqama islaamaa kan quraanaa, hadiisaa fii ijmaa'aan mirkanaayee jiru.

فأما الكتاب: فقوله تعالى: يَا أَيُّهَا الَّذِينَ آمَنُوا كُتِبَ عَلَيْكُمُ الصِّيَامُ كَمَا كُتِبَ عَلَى الَّذِينَ مِن قَبْلِكُمْ لَعَلَّكُمْ تَتَّقُونَ. البقرة:183
Qur'aana irraa jecha Rabbii oltaheeti ''isin yaa warri amantan soomanni akkuma warra isin duraa irratti barreefametti isin irrattiis barreefamee jira. akka Rabbi sodaattaniif jecha.'' Suuraa baqaraa 183

إلى قوله: شَهْرُ رَمَضَانَ الَّذِي أُنْزِلَ فِيهِ الْقُرْآنُ هُدىً لِلنَّاسِ وَبَيِّنَاتٍ مِنَ الْهُدَى وَالْفُرْقَانِ فَمَنْ شَهِدَ مِنْكُمُ الشَّهْرَ فَلْيَصُمْهُ. البقرة: 185
Hanga jecha Rabbii ol taheetti ''baatii Ramadaanaati kan isa keessaa Qur'aanni qajeelchaa ilmaan namaatii fii ibsaa qajeelloofii haqarraa kan tahe buufame. Namni baatii kana biyya jiru haa soomanuu, isinirraa namni dhukkubsataa yookaan karaa deemsarraa jiru (soomana haa furuu) guyyaalee biro irraa lakkaawwachuutu (qadaa kafaluutu) isarratti jira..." Suuraa baqaraa 185

وأما السنة: فقد قال النبي ﷺ: «بني الإسلام على خمس...»وذكر منها: «صوم رمضان» متفق عليه. والأحاديث في ذلك كثيرة
Hadiisarraayis jecha nabii keenyaati s.a.w "islaamummaan waa shanirratti ijaaramte... jedheeti hadiisa oofee achi keessatti "soomana ramadaanaati" jedhe, (Bukhaariif muslimtu odeesse). Hadiisowwan waayee kanaarratti hedduutu jira.

وأجمع المسلمون على وجوب صوم رمضان، فمن أنكر وجوب صومه كفر
Muslimtoonnis soomanni Ramadaanaa dirqama tahurratti waliif galan, namni waajibummaa isaa morme kaafira tahurrattis waliif galan.

متى فرض صيام رمضان؟
Soomanni Ramadaanaa yoom fardii godhame?

فرض صيام شهر رمضان في السنة الثانية من الهجرة، وصام رسول الله ﷺ: تسع رمضانات
Soomanni ramadaanaa waggaa lammeessaa hijraatti fardii godhame, Nabiin s.a.w ramadaana sagal soomane.
https://www.group-telegram.com/gorsadubartotaa
https://www.group-telegram.com/gorsadubartotaa
Forwarded from مركز الهدى دعوى سينتر (إن أكرمكم عند الله أتقاكم اللهم إجعلنا من عبادك الصالحين خديجة بنت علي )
Soomana dura bu'anii Jalqabuun akkami?

النهي عن تقدم رمضان بصوم يوم أو يومين

Ramadaana dura bu'anii jalqabuun dhowwadha. guyyaa tokkoofi lamaan.

يحرم صيام آخر يوم أو يومين من شعبان، إلا أن يوافق يوما كان من عادته صيامه، كالاثنين والخميس مثلا، فيجور صيامه
Guyyaa boodaa takkii lameen dhumaa kan baatii sha'abaanaa soomanuun dhoowwaadha. yoo nama dur aadaa godhatee soomanu taate malee, akka guyyaalee isniinaafii kamiisaa sun numa soomana.

قال رسولُ الله ﷺ: «لا يتقدمن أحدكم رمضان بصوم يوم أو يومين إلا أن يكون رجل كان يصوم صومه، فليصم ذلك اليوم» متفق عليه
Nabiin s.a.w akkana jedhan ''tokkoon keessan ramadaana soomana guyyaa tokkootiin yookaa lamaatiin dura hin bu'inaa, yoo nama dur soomanu taate malee sun haa soomanuu.'' Bukhaarii fii muslim


https://www.group-telegram.com/gorsadubartotaa
https://www.group-telegram.com/gorsadubartotaa
Forwarded from مركز الهدى دعوى سينتر (إن أكرمكم عند الله أتقاكم اللهم إجعلنا من عبادك الصالحين خديجة بنت علي )
اللهـمَّ بلغنا رمضان بقلوبٍ صالحة، تقيّة، نقيّة، مخلصة، تائبة، لك مُحبّة، ولرضاك ساعية، ولجنّتك طالبة، ولطاعتك راغبة، وعن المعاصي عازفة..🌿🌙
Forwarded from مركز الهدى دعوى سينتر (إن أكرمكم عند الله أتقاكم اللهم إجعلنا من عبادك الصالحين خديجة بنت علي )
Abuu Abdillaah Jaabir bin Abdillaah Al-ansaarii irraa odeeffamee R.A ni jedhe: namni wahii Ergamaa Rabbii S.A.W gaafatee ni jedhe: ‘meef naaf himaa! Yeroon salaata dirqamaa shanan salaate, Ramadaana soome, halaalli halaala ta’uu isaa amaneefi haraamnis haraama ta’uu amanee irraa fagaadhee homaa sana irratti dabaluu dhiise jannata nan seenaa? Eeyyee” jedhan. Muslimtu gabaase. Hiikti haraama haraamomsuu jedhu irraa fagaachuudha. Halaala halaalomfachuu jechuun immoo eeyyamamaa ta’uu isaa amananii hojjachuudha.
Forwarded from Kadijaa binti Aliyii (إن أكرمكم عند الله أتقاكم اللهم إجعلنا من عبادك الصالحين خديجة بنت علي )
Sadaqaan tan firatti sadaqantu caala!

Sadaqaan hundinuu sawaabaa fi waan gaarii tahee osoo jiruu, rahiima maxxanfachuun dabalataan Rabbi biraa mindaa qaba.

Rasuulli ﷺ akkana jedhan:- “Sadaqaan hiyyeessatti sadaqattu sadaqaadha; sadaqaan firatti sadaqattu ammoo waa lama: Sadaqaa fi rahiima maxxanfachuudha”

أَخْبَرَنَا مُحَمَّدُ بْنُ عَبْدِ الأَعْلَى، قَالَ حَدَّثَنَا خَالِدٌ، قَالَ حَدَّثَنَا ابْنُ عَوْنٍ، عَنْ حَفْصَةَ، عَنْ أُمِّ الرَّائِحِ، عَنْ سَلْمَانَ بْنِ عَامِرٍ، عَنِ النَّبِيِّ صلى الله عليه وسلم قَالَ ‏ "‏ إِنَّ الصَّدَقَةَ عَلَى الْمِسْكِينِ صَدَقَةٌ وَعَلَى ذِي الرَّحِمِ اثْنَتَانِ صَدَقَةٌ وَصِلَةٌ ‏"‏ ‏.

Sunan an-Nasa'i 2582

Kanaafuu dura fira gargaaruutu irra caala. Hunda kheysatti iklaasa nuuf haa kennu.
https://www.group-telegram.com/gorsadubartotaa
https://www.group-telegram.com/Binti_Islama
Forwarded from Kadijaa binti Aliyii (إن أكرمكم عند الله أتقاكم اللهم إجعلنا من عبادك الصالحين خديجة بنت علي )
: {يَا أَيهَا الَّذين آمنُوا كتب عَلَيْكُم الصّيام كَمَا كتب على الَّذين من قبلكُمْ لَعَلَّكُمْ تَتَّقُون}.

عباد الله: إن اللهَ عزَّ وجلَّ جعلَ شهرَ رمضانَ مضماراً لخلقِه؛ يستبقون فيه لطاعتِه، فسَبَقَ قومٌ ففازوا، وتخلفَ أقوامٌ فخابوا، قَالَ ﷺ: «إِنَّ هَذَا الشَّهْرَ قَدْ حَضَرَكُمْ وَفِيهِ لَيْلَةٌ خَيْرٌ مَنْ أَلْفِ شَهْرٍ مَنْ حُرِمَهَا فَقَدْ حُرِمَ الْخَيْرَ كُلَّهُ وَلَا يُحْرَمُ خَيْرَهَا إِلَّا كلُ محروم».
كان مِنْ هَدْيِهِ ﷺ فِي شهرِ رمضانَ الإكثارُ من أنواعِ العبادة، وكان جبريلُ يدارسُهُ القرآنَ في رمضان، وكان يُكْثِرُ فِيهِ مِنَ الصَّدَقَةِ وَالْإِحْسَانِ، وَتِلَاوَةِ الْقُرْآنِ، والصلاةِ، والذكرِ، والاعتكاف، وكان يخصّهُ من العبادات بما لا يخصُ به غيرَه، وكان يتسحّرُ ويحثُ عليه ويؤخرُه ويرغبُ في تأخيره، وَكَانَ يُعَجِّلُ الفطر، ويحثُ عليه، وكان يحضُ على الفطرِ على التمر، فمن لم يجد فعلى الماء. وَنَهَى الصَّائِمَ عَنِ الرَّفَثِ وَالصَّخَبِ وَالسِّبَابِ، وَجَوَابِ السباب، وأمرَه أن يقولَ لمن سابَّه: إني صائم، وكان من هديه إسقاطُ القضاءِ عمن أكلَ أو شربَ ناسياً، وأن اللهَ هو الذي أطعمَهُ وسقاه، وَصَحَّ عَنْهُ ﷺ أنهُ يستاكُ وهو صائم، وكان يصبُ على رأسه الماءَ وَهُوَ صَائِمٌ، وَكَانَ يَتَمَضْمَضُ وَيَسْتَنْشِقُ وَهُوَ صَائِمٌ، ومنعَ الصائمَ من المبالغةِ في الاستنشاق.
وكَانَ ﷺ يُرَغِّبُ في قِيَامِ رَمَضَانَ مِنْ غَيْرِ أَنْ يَأمُرَهُمْ فِيهِ بِعَزِيمَةٍ، فيقولُ: «مَنْ قَامَ رَمَضَانَ إيمَانًا وَاحْتِسَابًا غُفِرَ لَهُ مَا تَقَدَّمَ مِنْ ذَنْبِهِ»" وقال : «إِنَّهُ مَنْ قَامَ مَعَ الإِمَامَ حَتَّى يَنْصَرِفَ كُتِبَ لَهُ قِيَامُ لَيْلِة».
Forwarded from Kadijaa binti Aliyii (إن أكرمكم عند الله أتقاكم اللهم إجعلنا من عبادك الصالحين خديجة بنت علي )
Haqi muslimii muslima irraa qabu jahaa.
1.Yoo Fuula keessa dhufee nagaa gaafachuu
2.Yoo inni yaame owwaachuufi
3.Yoo inni tola irraa barbaade tola ooluufii
4.Yoo inni Haxxifatee Alhamdullilah jedhee Ya Rahmuka Allaah jechuunii
5.Yoo inni dhukkubsate gaafachuu
6.Yoo inni du'ee gaggeessitee Awwaalu.
Warra haqa walii guutu Rabbiin nu haa taasisuu!
Forwarded from مركز الهدى دعوى سينتر (إن أكرمكم عند الله أتقاكم اللهم إجعلنا من عبادك الصالحين خديجة بنت علي )
Rassuul keenya akkana jedhan Ummatni hundinuu waan ittin qoraman qaban; ummatni kiyyaa wanti ittiin qoraman qabeenyaadha. (صلى الله عليه وسلم )
https://www.group-telegram.com/gorsadubartotaa
https://www.group-telegram.com/gorsadubartotaa
Forwarded from Badriya Awel official channel (إن أكرمكم عند الله أتقاكم اللهم إجعلنا من عبادك الصالحين خديجة بنت علي )
Forwarded from Nizaam Shaafi
Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
Audio
Forwarded from Kadijaa binti Aliyii (إن أكرمكم عند الله أتقاكم اللهم إجعلنا من عبادك الصالحين خديجة بنت علي )
Yaa deemsa adduniya jalqaba duyda abbaaa keennarraa eegalee garaa gara garaa haadha teennaa garaadhaadhaa irraa duyda dachii duyda dachii irraa gara garaa dachii deemna garaa dachii irra gara wal geettii guyyaa qiyaamaa deemna
الرحال

تبدأ من ظهر الأب الى بطن الأم

ومن بطن الأم إلى ظهر الأرض

ومن ظهر الأرض إلى بطن الأرض

من بطن الأرض إلى يوم العروض
الرحال

إما إلى الجنة
وإما إلى النار

شيئان يحزنان

رجل لم يدخل المسجد
إلا في جنازته

وإمرأة لم تستر نفسها إلا في كفنها

﴿بل تؤثرون الحياة الدنيا﴾

اللهم إنا نسألك حسن الخاتمة
اللهم اسعدنا يا الله في الدنيا والاخرة وجميع من نحب
كلام يحزن القلب على زمن تحضر الناس فيه في الدنيا
اللهم ردنا إليك رداََ جميلا..
جعلنا الله وإياكم من الصالحين
https://www.group-telegram.com/Binti_Islama
The account of the user that owns this channel has been inactive for the last 5 months. If it remains inactive in the next 17 days, that account will self-destruct and this channel may no longer have an owner.
The account of the user that owns this channel has been inactive for the last 5 months. If it remains inactive in the next 7 days, that account will self-destruct and this channel may no longer have an owner.
HUBACHIISAA WARONI GALMAHU FETAANI kotaa galmaha galmeni kenyaa banadhaa 🥰🥰🥰


السلام عليكم ورحمة الله وبركاتــــــــــــه

akkami nagaa jirtanii obboleewwan keenya baga jiraattanii asgeessan jechaa warri barnoota feetan hundi keessanuu maqaa keessan guutufi waan barachuu feetan asirratti bareessaa ergadhaa isni galmesina
Bakki iraa baranu Appii zoom irati insha Allah

gosa barnootaa

1 Huruufa

2 Qur'ana talqiina
3 usuula
4 shuruxaa salataa
5 Aqiidaa
6 makarija

https://www.group-telegram.com/+g1pJzhzhnUExYTNk
WALALOO SHURUXAA SALAATAA 9'n

# Sharxiiwwan Salaataa
    Tan dura guuttamtuu
     Isiin waa Sagalii
     Takka hafuun Taatuu
     Tan Duraa dhagahii
     Wanta Isiin jettuu
     Muslimaa Tahuudha
     Namtichaan Salaatuu
     Lammeeysaan Tahuudha
     Qalbiin isaa guutuu

Joollummaarraa Behee
Waa Addaan Baafachuu
Hadasa Deemsisee
Wuduu'a Tolfachuu

     Najisarraa Xahaaramuu
     Qaamni isaadhaatii
     Uffataafii Ammaas
     Iddoon Salaataatii

Jahaffaan Uffataan
Qaamasaa dhooysuudhaa
Yeroon isaas gahuu
Mirkaneeffachuudhaa

        Gama Qiblaa Ka'abaa
        Fuula isaa Naannessaa
        Qalbitti Niyyaa Godhuu
         Tanaatu Sagleessaa

https://chat.whatsapp.com/J46Qy11a41h4WGzhwNu9Sm
2025/01/13 02:05:06
Back to Top
HTML Embed Code: