Heddumminni badii arra gartu kun si hin dagin, heddumminni warra badii hojjatuutis si hin sobin. Namuu adda addaan fuula Rabbii dhaabbatuuf jiraata. Deeggarsa tokko malee namuu kopha kophaatti Qiyaamaa dhihaatee qoratama.
Hundi isaaniis Guyyaa Qiyaamaa kophaa isaanii gara Isaatti (Rabbiitti) dhufu.
[Maryam 95]
وَكُلُّهُمْ آتِيهِ يَوْمَ الْقِيَامَةِ فَرْدًا

This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Nashiida haarawa *Sakiina🎵jettu Insha Allah Yeroo Dhihootti…. Coming Soon 🎵
Yeroo Duraatiif dargaggoo Naannoo Oromoyatirra walitti dhufaaniin Finfinneerratti Qophii Afaan Oromootin qophaawe "Baarii 2ffaa" dhufaa Jira inshaAllah #highlights #comment #facebookviral
100K Followers on TikTok 💥🤙
🎉🥳🙌🎊🎉👏🥳
TikTok irratti Hordoftoota kuma dhibba tokko
Sennee jira Galatoomaa; ❤️🙏
Design Hamze Alp 🥰🙏
🎉🥳🙌🎊🎉👏🥳
TikTok irratti Hordoftoota kuma dhibba tokko
Sennee jira Galatoomaa; ❤️🙏
Design Hamze Alp 🥰🙏
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Hojii Haarawan dhufaa Jira 🎵🥰
🎵Nashiidaa *Sakiina jettu Qarasa ykn vidiyoo clip isii bifaa ajaa’ibatin eegale jira Insha Allah yeroo Muraasa Booda guutu isii kan isin biran Geenyu taha
linki armaan gadii khana tuqun maatii keenya taha Galaatooma
https://youtube.com/@maherahmedma?si=YUu_L85VBS5dT9Oi

Rayyan Mohammed 🎥
Abse Mohamed🙏

Nashiida haarawa *Sakiina🎵 Insha Allah Yeroo muraasa booda ….🎵
https://youtube.com/@maherahmedma?si=nuG3XEKlKakcL_Lw